Jireenya Gammachuu Qabu Jiraachuuf Waantota Gochuu Qabnu
Boqonnaa Sammuu fi Jireenya Gammachuu Jiraachuuf waantota Gurguddoo Nuti Gochuu qabnu. Eeebbifamaa Madda: Kan dubbifne irraa.
Boqonnaa Sammuu fi Jireenya Gammachuu Jiraachuuf waantota Gurguddoo Nuti Gochuu qabnu. Eeebbifamaa Madda: Kan dubbifne irraa.
Perezedaantiin “Dargaggoota Ogeeyyiii” Tajaajilaa Yoonaatan Akiliiluu Guyyaa har’aa waxabajji 1 bara 2015 Sa’atii 6:00 tti Dhimma Leenji dargaggoota Ogeeyyii ilaalchisuun Barreessitu dargaggoota Ogeeyyii Haannaa Dhaabaa fi Zakaariyaas Laggasee waliin tahuun…
Harka Qalleeyyii Heedduu gargaaruu fi Gara laafummaan kan beekamu kana malees Agarsiisa Motorcycle dhaan kan beekamu Master Abinet Kebede Badhaasa Guddaa “xafac hiyiwot shilimat” ykn Badhaasa Jireenya Mi’ooftuu Kan bara…
Maqaan Mucaa Qoraan Baatee jiru kanaa Galataa Danboobii jedhama, Umurii kanatti Qoraan gurguree maatii isaa gargaaruun jiraatu Bakki dhaloota mucaa kanaa Godina Gujii A/Adoolaa Reedee, Bulichinsa maagaala oddoo uraagaa, Ganda…
Prophet Eyu Chufa, the Founder and Visionary of Christ Army International church, recently went to South Africa for a ministry. In that ministry God helped him in many ways and…
Pirezidantiin Ameerikaa Joo Baayian osoo Koloraadootti Akaadaamii Humna Qileensaa US sirna eebbarratti waraqaa ragaa kennaa jiranu gufachuun ture kan kufan. Perezedaantichi waltajjii qophii Koloraadoo irratti erga korojoo cirrachaan takaalamanii kufanii…
Shamarreen Tsaggaa Balaachoo jedhamtu kan eegduu Kantiibaa Magaalaa Hawaasaatiin butamte turte gadhiifamteetti Torban darbe Shamarreen Tsaggaa Balaachoo jedhamtu kunn Eegduu kantiibaa Magaalaa Hawaasaatiin butamtee turuun ishee kan yaadatamu yoo tahu…
Haleellaa amantoota waldaa warra wangeelaa makana yesuus irratti hidhattoota sudaanii seenaniin raawwatameen amantoonni ajjeefamuu Waldaan warra wangeelaa Makana yesuus ibsite. Waldaan Warra Wangeelaa Makkaane Yesuus naannoo Gambeellaatti dhukaasa hidhattoonni Sudaan…
Coinmv which call its self “CMV is the world’s leading digital currency trading platform, providing Bitcoin, Ethereum, USDT and other digital asset transactions” seems to be scammer. Coinmv website has…
Manni Maree Waldoota Amantoota Wangeela Itiyoophiyaa eeyyama waldoota amantii 2 dogongora shaakala waliin KAn wal qabatu addaan kute. Paastar Gooftaa Leemaan ibsa isaanii keessatti hogganaan Waldaa Tsiyoon Samii, Galmee Iccitii…