Sat. Jun 22nd, 2024

Loading

Perezedaantiin “Dargaggoota Ogeeyyiii” Tajaajilaa Yoonaatan Akiliiluu Guyyaa har’aa waxabajji 1  bara 2015 Sa’atii 6:00 tti Dhimma Leenji dargaggoota Ogeeyyii ilaalchisuun Barreessitu dargaggoota Ogeeyyii Haannaa Dhaabaa fi  Zakaariyaas Laggasee waliin tahuun Ibsa Gaazexeessitootaaf  kennaniiru .

Haaluma kanaan Guyyaan galmee Leenii dargaggoota Gaarii Waxabajji 5,2015 Akka Eegalu Beekameera.

Madda Odeeffannoo:Marcil Tv World Wide.

By alexoo

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *