Harka Qalleeyyii Heedduu gargaaruu fi Gara laafummaan kan beekamu kana malees Agarsiisa Motorcycle dhaan kan beekamu Master Abinet Kebede Badhaasa Guddaa “xafac hiyiwot shilimat” ykn Badhaasa Jireenya Mi’ooftuu Kan bara kanaa badhaafamee jira.
Baga Gammadde ittiin jenna.
Suura: Master Abinet Kebede Facebook page