Ammee:Guyyaan Qormaataa kutaa 12ffaa ifoome
Guyyaan qormaanni kutaa 12ffaa bara kanaa itti kennamu ifoome Akka Tajaajilli Oduu FBC Afaan Oromoo Ebila 21. 2016 gabaasetti guyyaan qormaanni kutaa 12ffaa itti kennamu akka kanatti aanee jirutti qindaa’eera.…