Lubni Doktor Ballinaa Saarkaa eenyu ? Maaliin Yaadatamu?
Waggoota 60 oliif wangeela lallabaa kan turan dhibee isaan mudatee tureen yaalaarra osoo jiranii umurii isaanii ganna 82 irratti du’aan kan isaan boqotan. kutaalee Itoophiyaa hedduu fi biyyoota adunyaa hedduurra…