Seenaa jireenya Faarfattuu Altaayyech Galataa
Maqaan ishee Faarfattuu Altaayyech Galataa jedhamti. Godina Qeellam Wallaggaa , Dambidoolloo,Aanaa Sayyooo,Ganda Abbaa Jaarraa Jedhamtutti dhalatte. Isheenis maatii Kiristaanotaa irraa kan dhalatte tahuu baatus,Daa’immummaa isheetti Gooftaa kan fudhatte dha. Faarfattuun…