Tue. Jan 14th, 2025

Loading

Guyyaan qormaanni kutaa 12ffaa bara kanaa itti kennamu ifoome

Akka Tajaajilli Oduu FBC Afaan Oromoo  Ebila 21. 2016 gabaasetti guyyaan qormaanni kutaa 12ffaa itti kennamu akka kanatti aanee jirutti qindaa’eera.

Haaluma Kanaan Qormaanni saayinsii Hawaasaa  Adoleessa 3 -5, 2016 kan kennamu yoo tahu , kan Saayinsiin uumamaa  Adoolessa 9-11, 2016 Yuunivarsiitiwwanitti ‘Online’ fi waraqaan kan kennamu ta’uu Tajaajjlli Qormaatilee fi Madaallii ifoomseera.

Maddi odeeffannoo :FBC

By alexoo

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *