ODUU Ammee:Amantoonni Wangeelaa Eritiriyaa jiran Mana Adabaatti Guuramaa jiru
Ertiriyaa keessatti Aanga’oonni Nageenyaa mana namoota Amantoota wangeelaa ta’an irra deemuun Mana keessaa qabuun mana Adabaatti guuraa jiraachuun dhagaa’ameera. Addumaan torbanoota darban keessaa naannawaa kaabaa Godinoota Galaana Diimaa, Assab fi…