Guyyaan Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa itti kennamu ifoome jira
Ministeerri Barnootaa yeroo Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2015 itti laatamu ifoomseera.
Guyyaan Qormaatichi itti kennamu kunis Adoolessaa 19 -30, 2015tti Yuunivarsiitiwwanitti kan laatamu ta’uu ifoomseera.
Yuunivarsiitiwwan Mootummaa hojii isaanii yeroon xumuruun Adoolessa 15, 2015 eegalee qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2015 laachuuf qophii barbaachisu akka taasisan hubachiisaniiru.
Madda odeeffannoo: Ministeera Barnootaa Ethiopia.