Tue. Jan 14th, 2025

Loading

Abbaa Hiyyeessotaa jedhamuun Biyya keenya Itiyoophiyaa keessatti kan beekamuy master Abinet kebede dhaaf Konkolaataan bitamee jira.

Obboleessi kun Konkolaataa kana bitamuufii isaa yeroo arge Gammachuuu guddaatu itti dhagaa’ame

Innis konkolaataan kun erga bitameefii booda akkas jechuudhaan uummata Bal’aa kana Galeeffateera “

“Deeggarsa Uummanni Itiyoophiyaa naaf kennaniin konkolaataa bitadhe.” Kanaan dura Baajaajii fi geejjiba uummataa fayyadamuun namoota rakkatan bakka adda addaatti gargaaraa turre. hojii gaarii kana irratti kan hirmaattan hundaaf galata Guddaan onnee irraan qaba!”jechuun Galateeffateera.

Madda odeeffannoo: Master Abinet kebede facebook page

By alexoo

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *