Daa’imman Obbolooti lameen Maaliif Ajjeefaman?
Ijoolleen Obbolooti Lama Haadha Buddeenaatiin Ajjeefamanii jiru. Waan miira namaa tuqutuu Magaalaa Shaggar kutaa Bulchiinsaa Buraayyuu keessatti raawwatame. Haati biddeenaa ijoollee obbolaa lama suurri isaanii armaan gaditti argamu kana haala…
