Jesus is the Life
A person who has Jesus has life, but a person who does not have Jesus has no life and is under judgment, so believing in Jesus saves one from judgment…
A person who has Jesus has life, but a person who does not have Jesus has no life and is under judgment, so believing in Jesus saves one from judgment…
Dubartiin maqaan ishee Saalamaa Maashaa jedhamtu ijoolleeshee shan amantaa ‘beelaan ajjeesi’ jedhu jalaa baqachuun oolfatte jirti. Namni Paastar Pool Maakenzii ofiin jedhu bara 2003 keessa ture kan Waldaa Guud Niwuus…
Guyyaan Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa itti kennamu ifoome jira Ministeerri Barnootaa yeroo Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2015 itti laatamu ifoomseera. Guyyaan Qormaatichi itti kennamu kunis Adoolessaa 19 -30, 2015tti…
Faarfataa Jaallatamaa kan ta’e faarfataan Afaan Amaareffaa tiin faarfannaawwan mimmiidhagoo nama eebbisan faarfachaa ture faarfataa Saamuel Abbabeen faarfanna dhiisuun Sirba hojjete. Faarfataan kun kanaan dura miidiyaawwan garaa garaa irratti af…
Paastariin Keeniyaa Maakeenziin jedhamu Kan Gara Jabeenya Guddaatiin Guutame Hordoftoonni isaa akka Tsooman erga Ajajee booda… Hordoftoonni isaa kun Tsoomni erga itti baayyatee beela’anii du’uu eegalan.. innis Akkas jedhee Hordoftoota…
Raajii Jedhee kan Of waamuu fi Hojiin isaa Kan namaaf hin hubatamne Yoseef kidaanee (RaaJii Jossy) n Poolisootaan to’atamuun dhagaa’amee jira. Raajiin Joossy n yeroo baayyee ergaawwan Garaagraa Mootumaa irratti…
Abbaa Hiyyeessotaa jedhamuun Biyya keenya Itiyoophiyaa keessatti kan beekamuy master Abinet kebede dhaaf Konkolaataan bitamee jira. Obboleessi kun Konkolaataa kana bitamuufii isaa yeroo arge Gammachuuu guddaatu itti dhagaa’ame Innis konkolaataan…
Waraqaa ittiin Dv Kuttan Namoota gattaniif akkaataa isin ittii Confirmation Code keessan argattanii Carraa keessan ilallattan bifa Salphaadhaan Asii gaditti siniif ibsameera. Tartiiba isaa seeraan hordofuun Confirmation number keessan Argadhaa.…
Dubartiin Gidduu kana Daa’imman lama(2) qal*tee Abiddaan gub*dee Ajjeefte qabamuun ishee dhagaa’amee jira. Sababiin Guddaan Ajjeechaan ijoollota kana irratti raawwatameef Dubartiin kun ijoollota kanaaf haadha buddeenii yoo taatu ijoollee harmeen…
Good News, According to U.S.Embassy Addis Ababa, #DV2024 status check will open starting from May 6, 2023. Starting May 6, 2023,you can check your #DV2024 status by entering your confirmation…