Sat. Jun 22nd, 2024

Loading

 Waraqaa ittiin Dv Kuttan Namoota gattaniif akkaataa isin ittii Confirmation Code keessan argattanii Carraa keessan ilallattan bifa Salphaadhaan Asii gaditti siniif ibsameera. Tartiiba isaa seeraan hordofuun Confirmation number keessan Argadhaa.

1.Jalqaba Link kana Bantu  .. https://dvprogram.state.gov/ESC/

2. Sana booda bakka “Continue” jettu tuqxu

3.confirmation code bakka jedhu jala isaa Forgot confirmation code kan jedhu tuqxa

4. Sana Booda Program 2024 filatta

5.Bakka barbaachisutti maqaa Akaakayyuu,Maqaa kee fi maqaa Abbaakee Tartiibaan Guutta isa Dv ittiin guute jechuudha.

6.Bara,Guyyaa fi, Ji’a Dhalootaa Kee kan ittiin Dv guutte sirriitti guutta

7.Email Address kee guutta

8.Authentication Bakka jedhutti Barreeffama Siif bahu tartiibaan guutta sirriitti qubee isaa ilaaltee

9.Dhuma irratti “ Submit “ jedhu tuquun Confirmation Number kee Kara email kee argatta.

Hubachiisa Tartiiba jedhame kana seeraan guutuu kee mirkaneeffadhu.

By alexoo

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *