Tue. Jan 14th, 2025

Loading

Dubartiin Gidduu kana  Daa’imman lama(2) qal*tee Abiddaan gub*dee Ajjeefte qabamuun ishee dhagaa’amee jira.

Sababiin Guddaan Ajjeechaan ijoollota kana irratti raawwatameef Dubartiin kun ijoollota kanaaf haadha buddeenii yoo taatu ijoollee harmeen  isaanii irraa boqotte kana irraatti Abbaa ijoollee ykn Abbaa manaa ishee kanaan walii galuu dadhabuurraa kan ka’e Akka Adda adda bahan erga murteessanii booda Abbaa ijoollee kanaa garaa gubuudhaaf Daa’immaan homaa  hin beekne irratti Gocha fokkisaa fi dhiphisaa kana raawwattee jirti.

Akka odeeffannoo madden garaagaraa irraa argannetti dubartiin yakka ciggasisaa daa’imman wallaaloo fi ol adeemoo kanarratti raawwatte too’atamuun ishee beekamee jira.

Murtiin Dubartii kana irratti kennamu maal akka tahu kan odeeffannoo guutuu isin biraan geenyu taha.

Madda Odeeffannoo: Christian Media

By alexoo

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *