Raajii Jedhee kan Of waamuu fi Hojiin isaa Kan namaaf hin hubatamne Yoseef kidaanee (RaaJii Jossy) n Poolisootaan to’atamuun dhagaa’amee jira.
Raajiin Joossy n yeroo baayyee ergaawwan Garaagraa Mootumaa irratti akkasumas biyya irratti Kan dubbatuu fi Tajaajila isaa keessatti qoosaawwan Gargaraa Kan akka “Burtee Bishaan Naaf Fidi, Kaardii Naaf Guutaa fi Qarshii naaf Galchaa” dubbachuun Miidiyaa hawaasaa irratti kan beekamu yoo tahu. Guyyaa kaleessaa 03/09/15 sa’atii 11 keessa hoteela utuu Mucaa durbaa tokko waliin taa’ee jiruu to’annaa poolisii jala seenee jira.
Madda odeeffannoo: Christian tube