Wed. Dec 4th, 2024

Loading

Faarfataa Jaallatamaa kan ta’e faarfataan Afaan Amaareffaa tiin faarfannaawwan mimmiidhagoo nama eebbisan faarfachaa ture faarfataa Saamuel Abbabeen faarfanna dhiisuun Sirba hojjete.

Faarfataan kun kanaan dura miidiyaawwan garaa garaa irratti af gaaffi taasiseen faarsaa hojjechuuf fedha akka hin qabne ibsaa yeroo ammaa kana Jireenya hafuuraa keessaa bahuun gara Sirbaatti deebiyee sirba mata dureen isaa “Iwoddishaalloo ykn Sin jaalladha “ jedhu hojjetee gadhiisee jira.

Madda oduu:Fastmereja

By alexoo

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *