Thu. Apr 17th, 2025

Loading

Bara 2014 E.C.tti barattoota Qormaata  kutaa 12ffaa qabxii Olaanaa fidanii Carraan barnoota biyya alaa kennameef barattoota 273f.

Bara 2014 E.C.tti barattoota 273 qabxii kutaa 12ffaa galmeessisan fi biyya alaatti akka barataniif scholarshipiin isiniif  kennameef.barnoonni biyya alaa Fulbaana 2016 irraa kan eegalu tahuu beektanii  dursitanii yunvarsiitii itti ramadamtan akka seentan isin beeksifna..

Barnoota Afaan Ingiliffaa fi hojii qophaa’inaa biroo kan biyya alaatti barachuuf isin gargaaru yuunivarsitiiwwan itti  ramadamtan waliin wal qunnamuun kan xumuramu taha.

Hub:- Barattoota gara ministeera barnootaa dhimmi kanaan wal qabiisanii dhufan kamiyyuu kan hin keessummeessine tahuu beekuu qabdu.

Madda odeeffannoo: Ministeera barnootaa. (Ministry of Education Ethiopia)

By alexoo

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *