
Sababoota Gurguddoo Kudhan (10) ittiin Waaqayyoon Galateeffannuuf :
- Waaqayyo Gaari waan ta’eef Macaafa Faarfannaa 107:1
- Ayyaanni isaa Karaa ilma isaa yesuus kiristoos Waan Nuuf kennameef 1Qorontoos 1:4
- Mo’ichi Karaa Ilma isaa Yesuus Kiristoos waan Nuuf Kennameef 1Qorontoos 15:57
- Firdiin Waaqayyoo Qajeelaa waan ta’eef Macaafa Faarfanaa 119:62
- Yeroo Kadhannaa keenya keessatti Maqaa isaa Gaafa dhoofnu Filemona 1:4
- Waan Nu jalaa owwaatuuf akkasumas Fayyina keenya waan ta’eef Macaafa Faarfannaa 118:21
- Cubbuu keenyaaf Ilma isaa Dabarsee Nuuf Kennee, Cubbuu keenya waan nuuf dhiiseef Roomaa 5:8
- Qooda Warra isaaf Qulqullaa’anii Waan Nu hirmaachiseef Qolaasiyaas 1:12
- Araarri isaa Barbaraan waan Jiraatuuf 1Senabaraa 16:34
- Amanamummaa fi Qajeelummaa isaatiif 1Yohannis 1:9
Madda Suuraa : https://www.nairaland.com/