Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2014 fudhattanii dhibbantaa 50 fi isaa ol galmeessisuun Yuunivarsiitiiwwan mootummaa ministeera barnootaatiif waamaman keessatti barachuuf ramadamtan hundaaf, filannoowwan armaan gaditti tarreeffaman fayyadamuun sadarkaa dhaabbataa ilaaluu dandeessu..
Website: https://placement.ethernet.edu.et
SMS: 9444
Bot telegram: @moestudentbot
Madda:Ministeera Barnootaa