Tue. Jan 14th, 2025

Loading

Sagantaa Dandeettii Fooyyeffachuu  (Remedial Program) Yuunivarsiitiiwwan mootummaa fi beeksisa filannoo Garaagaraa.

Ministeerri barnootaa qormaata xumura kutaa 12ffaa bara barnootaa 2014 fudhatan, namoota Persantii 50 fi 50 ol galmeessisan Ilaalcha keessa galchuun, haaluma walfakkaatuun haala qormaataa fi dhimmoota biroorratti fooyya’iinsa dandeettii yeroo tokkoo (Remedial Program) hojiirra oolchuuf murteessee jira.

Haaluma kanaan, barattoota bara barnootaa 2015tti dhaabbilee barnoota olaanoo seenaniif qabxii seensa xiqqaa murteessuun barbaachisaadha. Namoonni dhibbantaa 50 fi isaa ol hin galmoofne garuu ulaagaa armaan gaditti tarreeffame kana guuttan fayyadamtoota sagantaa Qormaata irra deebii ta’u.

1. Barattoonni sagantaa Remediyaalii irratti hirmaachuuf filannoowwan hundarratti (210% fi 700 irraa 180 600 fi 500 irraa 150) murtaa’eera.

2. Akkuma tartiiba gubbaa irratti ibsame lakkoofsa 1ffaa akkuma eegametti ta’ee, namoota sagantaa Remediyaalaa dhaabbilee mootummaa keessatti (baasii isaanii mootummaan haguugame) irratti hirmaatan qofatu qabxii muraa armaan gadii kana qunnama.

            Madda: Ministeera Barnoota

By alexoo

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *