Seenaa Onesmoos Nasiib (Abbaa Gammachiis)
SEENAA ONESMOOS NASIIB (ABBAA GAMMACHIIS) Maqaan dhaloota daa’imummatti maatiin isaa moggaasaniif, Hiikaa yoo tahu, maqaan hedduu ittiin beekkamu ammoo Onesmoos Nassiib jaama. Oneesmoos maqaa biraa Abbaa Gammachiis jaamuuniis ni yaamama.…
