Haleellaa Jabaan Amantoota Waldaa Makaane Yesuus Gambeellaa irratti raawwatame
Haleellaa amantoota waldaa warra wangeelaa makana yesuus irratti hidhattoota sudaanii seenaniin raawwatameen amantoonni ajjeefamuu Waldaan warra wangeelaa Makana yesuus ibsite. Waldaan Warra Wangeelaa Makkaane Yesuus naannoo Gambeellaatti dhukaasa hidhattoonni Sudaan…
