Tue. Jan 14th, 2025

Loading

Affaaritti Waldootni Kiristaanaa Ja’a(6) Cufaman

Affaar  Aanaa Amibaraa Affaar Sidha Fage (Melka-Sedi) keessatti Waldaan Kiristaanaa maaliif faarfannaa kiristaanaa afaan keenyaan faarfatte maaliif uffata aadaa keenya uffatte Jechuun Waanti Hamaan raawwatamee Jira. sababni isaas mucaa xiqqaa tokko kan Affaaritti guddate Faarsaa afaan Affaariin Uffata Aadaa isaanii uffatee Waaqayyoon Waan faarfateef.

Har’a irraa kaasee hanga boruutti dhimmichi furmaata argata jennee miidiyaa irratti hin baasne, garuu hanga ammaatti wanti jijjiirame hin jiru. Manneen amantaa cufamanii, tajaajiltoonni qe’ee isaanii irraa buqqa’aniiru, waldaaleen faffaca’aniiru. Manneen amantaa haqa malee namoota doorsisaniin cufaman hanga ammaatti hin banamne. Manneen amantaa cufaman kunniinis:

1. Guutuu Wangeelaa

2. MKC

3.Makaane Yesuus

4.Waldaa Amaanuel

5.Kalehiwot fi

6. Waldaa Misgaanaa dha. Ammallee haqa gaafanna…

Madda:World Christian Media Facebook Page

By alexoo

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *