
Raajii kudhaama bobaa jala keewwatee maqaa waamaa turetu salphise waaqayyo waanti dukkana keessatti hojjetamee guyyaa ifa saafaatti hin baafama.
waantin maxxansuuf jiru kun akka tsjaajiltoota hojichaa waliin firooma qaban akka aarsu anuu sirriittan beeka.
barri kun bara akkam jibbisiisaa akka ta’e ibsuun baay’ee namatti ulfaata.
waanti armaan gaditti harkakoo irratti qabee argaa jirtan kun kudhama xonqolaadha.guyyaa har’aa tajaajilaaf gara waldaa addis hiwot magaalaa finffinnee naannoo shiroomeedaa deemeen ture.sagantaa sana irrattis obboleessi kudhama irratti hojjechiifatee ittiin maqaa waamaa ittiin dinqii godhaa tures saganticha irratti waamamee tajaajilaa ture.waaqayyo humnoota hafuura hamaa rukutee namoota baayee bilisa erga baasee booddee innis of wallaalee kufee iyyuu eegale.uumannis anis naasuu guddaa keessa seennee turre.duraanis keessikoo waan shakkaa tureef afuurri waaqayyoos hojiikooti sabakoon qulqqulleessuufan dhufe waan naan jedheef isa irraas hafuura hamaa kana irraa ifannee hafuurichi hamaan 666 kun kudhaama irratti hojjechiifatee akka tajaajilu saaxile.yeroo uffata irraa baasnee bobaa isaa jala ilaalluu kudhama kanatu jala jira.hafuuricha irraa ifannee yeroo haasofsiifnuus jilbeenfatee uummata dhiifama gaafateera.maaloo obbolootakoo anumaa wajjiin raajota bara keenyaa kana irraa of eeggannoo haa godhannu.keessuma keessaa.
1ffaa warra maqaa waamuu malee wangeela barsiisuu hin dandeenye.
2ffaa mallattooled garaagaraa warra agarsiisuuf kaataniifi faallaa macaafa qulqqulluu warra raajii dubbatan akeekkannee haa ilaallannu.
“Yesuus immoo;Hotinuu akka isin hin wallaalchifnetti akeekkadhaa! “ Mar 13:5
please please please of eeggannoo haa goonu.
Madda: raajii addisuu raggaasaa, holyspirit revival fire facebook page