Sat. Jun 22nd, 2024

Loading

Phaaphaasonni 25 sinoodoosii haaraan muudaman muudamni isaanii akka hin kaane sinoodoosii haaraan beeksise.

Sinoodoosii haaraan ibsa miidiyaaleef har’a kenneen, muudamni phaaphaasota kanneenii qanoonaa bataskaanaa kan cabse akka hin taane waliigalameera jedhe.

Inumaa muudama phaaphaasota kanneenii kaasuu fi deebisanii muuduun qanoonaa bataskaanattii kan cabsu akka ta’e hubatamuu eereeti jira.

Kanaafuu yeroo fudhannee irratti maryannee furmaata keenyaan waliigalamee jedhe Sinoodoosii haaraan ibsa kenneen.

Madda:Oromia Media Network

By alexoo

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *