
Odeessa Galgala kana ba’een dhimmi Sinododsii Oromiyaan wal qabsiisee Beellamni Gaafa Guraandhala 8tti darbuun dhagaa’ameera.
Akka odeessi kun jedhutti “
Odeefannoo_Qabatamaa.wanti jijjiirame tokko hinjiru
Manni murtii Olaana Federaala iyyannoo uggura mani amantaa Ortodoksii sinodoosi Oromiyaa irrattii gaafate hardhas Kan ilaale yommu tahu dhimma uggura kaahu irratti nut abbootin seera 2 wanta taanef sadii hamma guunut uggura irratti murteessu hin dandeenyu yeroo 3 taanu gurandhala 8 murtee kenina. Ammaaf Sinodoosin Oromiyaa Kan qabatani qaabatani haa dhabatanu. Haarawaa akka hin qabaanne jechuun murtee dabarseera.”
Madda :Hailemikaael Tadese