Faarfataa Gammachiis maaltu Mudate?
Faarfataa Gammachiis Daani’el jedhama.Faarfataa Qaxalee fi amala qabeessa kan ta’ee fi Albeema Faarfannaa lama nama hojjetedha. Faarfataan kun waanti nama dhibu Qarshii Albeema Faarfannaa isaa isa 2ffaa irraa argame ijaarsa…