Mucaan Baddee turte eessaa,Akkamitti Argamte?
Guyyoota 6 dura Hatamtee kan fudhatamtee turte daa’imni waggaa 2 Sooliyaanaa Daani’eel hordoffii taasifameen Suluultaatti argamte Tibba darbe guddiftuu isheen hatamtee kan fudhatamte daa’imni umrii waggaa 2 Sooliyaanaa Daani’eel, hordoffii…