Akkamitti Yoo kadhanne Waaqayyo Nu dhaga’a?
Akkamitti Yoo kadhanne Waaqayyo Nu dhaga’a? Yeroo Baayyee Kadhannaan keenya sirriima nutti fakkaatee garuu deebii dhaba. Kana jechuun nuti waaqayyoon ni kadhanna, garuu kadhannaan keenya dhageettii dhabee jireenyi keenya faallaa…