Guyyaan Hiriiraa Bataskaana Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaa Maalif Darbe?
Ejjennoon keenya fudhatama waan argateef, hiriirri Dilbataaf qabamee ture yeroo biraaf akka dabarfamu murteessine jedhan dureewwan Bataskaana Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa, marii anga’oota mootummaa wajjin taa’aniin Abbootii waldittii gidduutti rakkoo mudate…