WAA’EE SEEROTA HAFUURAA ARFAN(4) DHAGEESSANITTUU?
Seerawwan hafuura arfan karaa yookiin akkaataa oduu gaarii kan fayyinaa isa karaa Yesus Kiristoosiitti amanuudhaan argamu ittin hiraniidha. Inni salphaadhumatti odeeffannoo barbaachisoo wangeela keessaa bakka qabxii afuritti gurmeessuudha. Seerotni Arfan(4)…