Raajonnii fi Paasteroonni Sobaa Maaliif Ethiopiatti baayyatan?
Biyya keenya Itoophiyaa keessatti dhiyeenyaa as namoonni ofiisaanii ‘raajii ykn paastorii’’ jechuun of waaman garuu yakkawwan adda addaa raawwachuun himannaan garaa garaa irratti ka’u mul’ataafi heeddummataa jjira. Namoonni kunniin nama…