Paasteriin Yugaandaa “Betting” Injifatee Waldaa Cufe
Paastariin Yugaandaa Betting ispoortii irraa doolaara 26,800 erga mo’atee booda Waldaa bane ture cufuun dhagaa’ame.akka pasteriin kun dubbatutti “Waldaa kana kanan bane araadaaf osoo hin taane, Araadotaaf akka ta’e amanuu…