![Loading](https://oropreach.com/wp-content/plugins/page-views-count/ajax-loader-2x.gif)
Paastariin Yugaandaa Betting ispoortii irraa doolaara 26,800 erga mo’atee booda Waldaa bane ture cufuun dhagaa’ame.akka pasteriin kun dubbatutti
“Waldaa kana kanan bane araadaaf osoo hin taane, Araadotaaf akka ta’e amanuu qabu. Paastaroonni hedduun raajii sobaan ummata irraa maallaqa dabalataa hawwachuuf yeroo dubbatan argeera.”
Yeroon akkuma darbaa deemuun kun sirrii akka hin taane hubadhee, hirriba dhabuu jalqabee yeroo hunda abjuu ajaa'ibaa arge.Lakki, osoon waldaa kana hin baniin dura wanti hundi anaaf waanuma jiru waan ta'eef kana haqee karaa biraa barbaaduuf murteesse karaa maallaqa argadhu. Gaaf tokko bilbila koo irratti beeksisni Betting ispoortii dhufe. Yeroon Bett godhu gowwoomsitoota natti fakkaate, dhumarratti garuu injifadhe!" jedhe,
Madda : https://ankoletimes.co.ug/