Mon. Nov 17th, 2025

Loading

Marsariitii bu’aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 ittiin ilaallamu ifoomeera.

Barattoonni har’a waaree boodaa eegalanii marsariitii fi Teeleegiraama armaan gaditti eeramaniin bu’aa qabxii isaanii ilaallachuu kan danda’an ta’uu Tajaajilli Barnootaa fi maddaallii Qormaatilee ifoomseera.kanaaf karaa Ceesiftuu kanaa ilaallachuu dandeessu 👉 https://result.eaes.et

Ergaa gabaabaa ፡ 6284

    By alexoo

    Leave a Reply

    Your email address will not be published. Required fields are marked *