Sun. Mar 23rd, 2025

Loading

Guyyaa kaleessaa jechuun 31/01/2023 Marii dhimmoota Amantaan wal qabatanii gidduuu kanaan wal qabatan taasifame irratti Muummeen Ministeeraa Dr. Abiy Ahmed Akkas jechuun dubbataniiru

“Kaleessa Gaafa Tigraay Ani Mana Kiristaana OT Itiyoophiyaarra ba’e jettu Girrigirriin hanga kanaa hin uumamne!, Oromiyaa keessatti Afaan Oromootiin tajaajilli nuuf haa kennamu jedhanii hordoftoota amantaa gaafaatan ani ittisuu hin danda’u! Oromoo mirga afaan isaatiin tajaajilamu kan gonfachiise ana miti. Osoo atakaaroo akkasi keessa hin seeniin waan hunda mariin yoo furtan gaarii ta’a! ~Dr Abiyyi Ahmed

Madda: Abiy Ahmed Ali Facebook page

By alexoo

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *