Guyyaa har’aa jechuun Guraandhala 21,2018 Isiraa’el Waraana guddaa Iraan Teraan Irratti raawwattee jirti.
Haleellaa Kanaan Biiroon Perezedaantii Iraan haleelamuun gabaafamee jira.
Haa tahu garuu waraana kana hordofee Perezedaantichi Lubbuun isaa nagaa tahuun beekameera.
Haleellaa Kana raawwachuu Isiraaelis mirkaneessiteetti.
Isiraa’el haleellaa kana Iraan irratti erga raawwattee booda deebii Iraan kennituuf uummanni ishee akka of eeggatu labsii baasteetti.
Dhimma kana ilaalchisee perezedaantiin Ameerikaa Trump ibsa kenneen “ walii galteerra gahuuf carraaqneerra. Yaalii gooneerra “ jedhe.
