Tue. Jan 14th, 2025

Loading

Tibbana biyya Keeniyaatti hordoftoota mana Waaqeffannaa “Good News International” jedhamu keessatti  Ajaja  ‘Barri dhumaa Gahaa jira’ jechuun Amantoonni waldaa sanaa soomanii ykn nyaata nyaata dhiisan keessaa 90 ol du’anii jiru..

Awwaalli namoota kanaas jumlaadhaan (Bakka tokkotti) bakka gara garaatii poolisii biyya kanaatiin qotamee bahaa jira jedhameera.

Namni mana amantaa kana gaggeessu Makeenzii jedhamus to’annoo  Seeraa jala oolfameera.

Taateen kun Yeroo ammaa garuu Biyya  Keeniyaa keessatti ijoo dubbii ta’eera.

Amantoonni Yeroo Ammaa kana Raajotaa fi Paasteroota Gowwoomsituu akkasii irraa of haa eeggannu.

Maddi Odeeffannoo: BBC Afaan Oromoo

Suura:Routers

By alexoo

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *